FINFINNEE —
Waggaa 84ffaa, lammiileen Itoophiyaa kuma 30 tahan, Finfinneetti Waraana Xaaliyaanii Itoophiyaa weeraree tureen itti ajjeefaman, har’a yaadatamee oole.
Sirna Yaadannoo har’a Finfinneetti deemsifame irratti ergaawwan gootota Abbootiin darbaniiru.
Kantiibaan itti aantuu magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebees bissii abaaboo Siidaa goototaa bira kaa’anii jiru.
Yaadawwan Ilaali (6)
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu