Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartileen Siyaasaa Hawaasaa Keessatti Walgahii Gaggeessan


Faayilii - Adabaabaayii Summudaa, Hawaasaa
Faayilii - Adabaabaayii Summudaa, Hawaasaa

Bulchiinsa naannoo uummattoota gama kibbaa Itiyoophiyaa keessatti filannoo guutuu biyyaa isa 6ffaaf dhaabileen siyaasaa dorgoman har'a Hawaasaa keessatti wal ga'anii jru.Deemsii filannoo jiru dhiibbaa paartii biyya bulchaa jiru jala akka jiru, amansisaa ta'uun isaa hanqiina kan qabuu fi akka jedhamee sana waltajjii siyaasaa mijataa fi bal'aa akka hin taane ibsan.

Paartiin Badhaadhinaa kan bulchiinsa naannoo Kibbaa gama isaan rakkoon jiraachuu danda'aa garu rakkoo hundaaf paartii Badhaadhinaa itti gaafatamaa gochuun sirrii miti jedhee jira.

Filannoo dhufu amanamaa, haqa qabeessa fi Dimookraatawaa akka ta'uuf wal himachuu dhiifnee walitti dhiyeenyaan hojjachuu qabna jedhee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG