Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaalliin Vaayrasii Koronaa 900,000 Sudaan Seene

Sudaan har’a talaalii COVID 19 fudhachuudhaan naannoo Giddu-galeessaa Bahaa fi Afrika agama Kaabaa keessaa biyya jalqabaa talaalicha fudhatte taatee jirti.

Talaalii ASTRAZENECA kuma dhibba saddeet tahu tu har’a Dirree Xayyaaraa Kaartum qubate, jedhama.

This item is part of
XS
SM
MD
LG