Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Moozaambiik Keessatti Torban Darbe Jalqabeef Gareen Islaamiik Isteetes Fudhatama Fudhachuun Ibsame


Moozaambiik gama Kaabaa keessatti haleellaa torban dabree jalqabee Wiixata kaleessaa guyyaa guutuu gaggefefameef gareen Islaamiik Isteetes fudhatama Fudhatee jira.

Haleellaa magaalaa Paalmaa jedhamtu keessatti gaggeeffamee kun uummanni kuma hedduun manaa fi qe'e isaa dhiisee akka godaanu dirqiisiisee jira. Lootee seentoonni Islaamuummaa kun Wiixata kaleessaa itti gaafatama kan fudhatan ibsa karaa dhaabbata oduu Amaaq jedhamuun darbeen yoo ta'u magaalaa Paalmaa to'achuu isaaniis beeksiisan.

Namoonnii 55 wal waraansaan ajjeefamuu kan ibsan yoo ta'u oduun kun maddeen walaba biraa mirkanii hin argatiin jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG