Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Feesbuukii Irraa Uguuramuu Laalchisee Boordiin Dhaabbaticha Ibsa Kenne


Prezidaantiin Amerikaa Duraanii Donaald Traamp
Prezidaantiin Amerikaa Duraanii Donaald Traamp

Prezidaantiin Amerikaa duraanii Donaald Traamp Feesbuuki fi Inistegraamii ofii irratti akka hin maxxansiineef ugguura kaa’ee ture/ boordiin kaampaanii Feesbook ammaan boodas akka in maxxansisneef guutuummaatti ugguree jira.

Bordiin miseensoota 20 of keessa qabuu kun hayyoota seeraa, kan mirga dhala namaaa fi Gaazexxesoota of keessaa kan qabu ta’uun beekamee jira.

Murtii kana gareen namoota 5 of keessaa qabu kan qopheessee yoo ta’u miseensoota bordii harka caalaan raggaasifamuu qaba ture.

Bordiin kun akka jedhutti ergamnii isaa walaba ta’anii yaada ofii marsariitii irratti ibsuu ilaalchisee gaaffiilee jajjaboo ka’an keessaa hanga tokkoof deebii kennuu dha. Amajjii 6 miseensoonni Kongreesaa ba’ii filannoo Yunaaytid Isteetes raggaasiisuuf walgahii irra ituu jiranii deggertoonni Traamp mana maree bakka bu’oota uummataa waan haleelaniif jecha, Traamp Twitarii fi fees book akka hin gargaara.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG