Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mana Barnootaa Raashiyaa Keessatti Namoonni Hedduun Itti Dhukaafamuun Ajjeefaman 


Gabaasi haaraan Raashiyaa keessaa ba’e akka ibsutti namni tokko mana barnootaa sadarkaa duraa keessatti dhukaasa baneen yoo xiqqaate barattoonni 11 itti dhukaafamuun ajjeefaman.

Kannen biroon 16 immoo balaa magaalaa guddo ripaablikii Tatarstaan Kazaan keessatti raawwateen madaa’aniiru. Dhaabbati oduu mootummaa RIA akka jedhetti yoo xiqaate shakkamaan tokko to’annaa jala oolee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:47 0:00
More
XS
SM
MD
LG