Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoophiyaa Deemsa Gargaarsa Namoomaa Tigiraay Keessaarratti Ibsa Kenne 


Ministarri Nagaa, Aadde Muferiyaat Kamiil
Ministarri Nagaa, Aadde Muferiyaat Kamiil

Mootummaan Itiyoophiyaa waa’ee gargaarsa namooomaa Tigiraay keessatti geggeessamaa jituu jaarmayaalee gargaarsaa sadarkaa sddunyaa, ambaasaddarootaa fi itti-gaafatamtoota jaarmayaa Tokkummaa mootummotaaf ibsa kennee jira.

Bulchiisa naannoo sana keessatti ka dubartoota irratti raaw’atame jedhame “miidhaa saala irratti” hundaa’e keessaa qooda qabu kanneen jedhaman miseensota poolisii fi raayyaa ittisaa 60 tahan irratti tarkaanfiin fudhatamuunis ibsamee jira.

Dubartoota miidhaan kun irratti raaw’atame kan tajaajilu waaltaan eegumsa fayyaa tokko ture amma shan gahuu isaa Ministarri Nagaa, Aadde Muferiyaat Kamiil ibsanii jiran.

Mootummaan Itiyoophiyaa Deemsa Gargaarsa Namoomaa Tigiraay Keessaarratti Ibsa Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG