Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Ijoollee Daangaa Yunaaytid Isiteetis Irratti Maatidhan Adda Baafamanii


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Imaamataa Baraa bulchiinsa prezidaat Doonalid Tramp tureen ijoollewan kumaan lakkawaman maatii isaanii iraa akka addaan bahan qaamnii mootummaan Joo Bayidan maatii waltii makuudhaafi daabe beekiseera.

Akka qaamnii maatii waltii makuuf dhaabatee kun jedhet Adoolesaa 1 /2017 irraa jalqabee amma muutumman Traamp anngoo gad dhiiseti daangaa Meekisikoo fi Yunaayitid isteets irratii ijoolleen 3900 maatii isanii iraa akka addaan bahan ta’eera.

Imaammataa baqattootaa mootummaa Tramp, isaa balaaleffatamaa ture sanaan lakkofsii ijoollewan maatii irraa adaan bahan gara 5,600 tii akka ol siquu danda’u himameeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG