Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteets Olompiikii Tookiyoo Dursaa Jirti


Taphinii Olompikii baranaa biyya jaapan Magaalaa Tookiyoo keessatii geggeesamaa jiru jimaataa irraa kaassee guyaa shanaaffaadhaaf itti fufee jiraa.

Yunaayitid isteets kan abdii guddaa itti godhatee haalii gareen jimnaastikii dubartooaa akka yaadametii ta’uufii didus medaliyaadhaan amma har’ati dursaa jirtii .

Akkuma Kanaan Yunaayitid Isteetes fi chaayinaan walqixa medaliyaa 22 yemuu sassabatan, jaapan medaliyaa 17n sadaffaa irra jirti. Amma oduun kun xumurametti Yunaaitid isteets , chaayinaa fi Jaapaan warqee 7 argachuudhaan walqixaa yemuu ta’an Raashiyaan warqee 5 argattee Afuraffaa irra jirti.

XS
SM
MD
LG