Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lolli Addi Bilisummaa Uummata Tigraay Geggeessu Naannoree Birootti Babal’achuun Yaaddoo Uume Jedhu Xiinxaltoonni


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Kan baatii saddeet ture waraansi Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa fi kan naannoo Tigiraay haga tokko dhuunfatee jiru, Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti geggeessamu naannoolee Itiyoophiyaa gama Kaabaa ka birootti babal’atee, yaaddoo biyyattii daran tasgabbii-dhabsiisuu uumee jira.

Lolli Addi Bilisummaa Uummata Tigraay Geggeessu Naannolee Birootti Babal’achuun Yaaddoo Uume Jedhu Xiinxaltoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00

Prezidaantiin naannoo Amaaraa, “dargaggoonni hundinuu” meeshaa kaasanii, kan gara daangaa Amaaraatti seenaa jira ittiin jedhan - Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay yokaan ABUT irratti duulan waamicha dhiheessanii jiran.

Dhimma kana irratti xiinxalaan gameessi ka VOA, Mohammed Elshenaawii, dhaabbata “Africa Center for Strategic Studies” yokaan Waaltaa Afrikaa, ka Qorannoo Tarsiimoo jedhamuuf daarektara ka tahan Jooseef Siigil waliin gaaffii fi deebii geggeessanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG