Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxalaa: Afgaanistaan Keessatti Ilaalchi Sab-lammummaa fi Amantiin Hangam Akka Walitti Hidhatanii Jiran Biyyoonnii Hin Hubanne  


Kaabuul Afgaanistaan, Hagayya 18, 2021
Kaabuul Afgaanistaan, Hagayya 18, 2021

Ka dhiheenya magaalaa Kaabul seenee taayitaa mootummaa Afghanistaan dhuunfate gareen Taalibaan, hatattamaan tarkaanfii itti fufanii, waa’ee bulchiisaa fi nageenyaa fi diinota isaanii duraanii waliin araara buusuu ilaalchisee, danqaalee jiran irratti dubbachuuf namoota siyaasaa ijoo Kaabul keessaa wajjiin walga’aa jiran.

Haala amma Afghaanistaan keessa jirtu, dhimmoota ijoo haala ammaa kanaaf gumaachanii fi yaaddowwan amma biyyattii fi addunyaa irraa dhaga’amaa jiru irratti akka hubannaa isaanii nuuf ibsan, xiinxalaa siyaasaa fi dinagdee tokko afeerree jirra.

Proofeser Mohammed Xaahiroo, as Yunaayitid Isteetis, kutaa Teksaas keessa ka jiru, Koolejii Koolins keessaa barsiisu. Namoo tu dubbise.

Xiinxalaa: Afgaanistaan Keessatti Ilaalchi Sab-lammummaa, Aadaa fi Amantiin Hangam Akka Walitti Hidhatanii Jiran Biyyoonni Alaa Sirriitti Hin Hubanne
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:39 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG