Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaalii KOOVID Hin Waraanannuu Kanneen Jedhan Hojii Irraa Ari’aman


Humnii qilleensaa kan Yunaaytid Isteetes miseensoota isaa keessaa kanneen talaalii dhukkuba KOOVIID-19 ittisuu fudhachuu diidan 27 hojii irraa baasee jira.Isaan kun akka talaalamaniif ajaja kennamee diduu isaanii miseensoota waajirichaa yeroo durraaf hojii irraa ari’aman jechuun aabgawoonni amanu.

Humnii qilleensaa kan Amerikaa miseensonni isaa hanga Sadaasa lamaatti akka talaalaman yeroo kan kenne yoo ta’u, kuma hedduun fudhachuu diidan ykn talaalicha fudhachuu haala isaan dhorku qaban.

Dubbii himtuun humna qilleensaa wiixata kaleessaa akka jedhanti, isaan 27n kun dhimmi talaalii fudhachuu diduun kanneen hojii irraa ari’aman isaan jalqabaa ti

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG