Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paarlaamaa Itiyoophiyaa Komiishina Maree Biyyooleessaa Akka Hundeeffamuuf Caalamaa Sagaleen Har’a Raggaasisee


Mariin hunda hirmaachiisa jedhame kun ilaalcha siyaasaa adda addaa walitti fida jedhamee kan eegamuu yoo ta’u kunis biyyattii gara fuula duraatti akkamitti deemuu akka qabdu karaa agarsiisa jedhamee jira.

Komishinichi Komishinaroota 11 kanneen paarlaamaan muudaman kan qabaatu yoo ta’u walaba ta’a jedhamee eegama.Kana maleess seerrii ba’e komishinaronni kun itti gaafatamoo akka hin taanee ittisa seeraa qaban.

Yeroo komishinni kun hojii irra turu waggaa sadii ta’u fi yoo paarlaamaan fedhe moo dheerachuu mala jedhamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG