Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeessonni Fayyaa Kanneen Manaa fi Qe’ee Irraa Godaanan Gargaaruuf Bobba’an


Waldaan Ogeessonni fayyaa kanneen yeroo ammaa hojii hin qabnee fi magaala Baahiir Daar keessa maadheeffate, miseensoonni isaa, uummata Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti sababaa walitti bu’iinsaan manaa fi qe’e irraa godaanan akka tajaajilaniif ergee jira.

Doktoroonnii fi kanneen barnoota faarmaasiin eebbifamana naannoo namoonni jireenya irraa buqa’an jiranti bobbaafamuun ibsamee jira.

Kunis kanneen baqatanii eega turanii booda qe’etti deebi’anii magaalaalee fi gandeen keessa jiraniif ta’u Asteer Misgaanaaw Baahir Daar irraa gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG