Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Akeekkachiisa Kenne


Vaayrasiin haaraa argamee ariitiin daddabraa jiru Omikroon fi inni duraanii Daltaan,namoota danuu qabaa akka jiru kan ibsee jaarmayaan fayyaa addunyaa, kanneen hin talaalamiin jiran biratti dhukkuba hamaa fi lakkobsii namoota du’anii akka dabaluuf jiru akeekkachiise.

Daayreekteerri Jaarmayaa fayyaa addunyaa Dr Tedroos Adhaanoom akka jedhanti, saayinsiin gara talaaliin argamutti geessaa yeroo jirutti, addunyaa irratti lakkoobsii namoota KOOVIID- 19n duhumanii dabaluu itti fufee jira.

Lakkoobsii kun dabaluuf sababaan weerara kana dhabamsisuuf walii wajjiin hojjachuuf fedhiin siyaasaa hin jiru.

Ilaalcha dhiphoo qabaachuu, meeshaalee tataajiila fayyaa of-biratti qofa kuusanii kaa’uu, kanneen biroon vaayrasii haaraan dhufuu isaaf sababaa ta’e jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG