Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gurmuuleen Deggertoota Dimookiraasii Sudaan Mormii Uummataa Waaman   


Abdalla Hamdok

Muummichi-ministaraa Sudaan Abdallaa Hamdook jalqaba torban kanaa irra ofiin taayitaa gad-lakkisuu hordofee yeroo biyyattiin daran jeeqama keessatti kuftee jirtu kanatti gurmuuleen deggertoota Dimookiraasii, hiriira mormii uummataa, ka farra fonqolcha mootummaa waamaa jiru. Muummichi Ministaraa Hamdook Onkoloolessa dabre ka taayitaa irraa fonqolchamanii turan yoo tahu, baatii tokkoo booda ammoo akka maddamsuunii fi mormiileen farra fonqolcha mootummaa biyyattii keessatti kaka’e gab jedhu gochuutti qofa ka fuuleffate marii geggeessameen akka taayitaatti deebi’an taasisaman. Kana irratti oduu dhaa booda gabaasaa qabna.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG