Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jeneraal Birhaanuu Juulaa Tarmuuda Waraanaa Fiild Maarshaal Gonfaman

Jeneraal Birhaanuu Juulaa Sanbaa dabre sina geggeessame irratti guddina tarmuuda waraanaa Fiild Maarshaal argatan.

Seenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaatif gulantaa Fiild Maarshaal akka kennite kan ibsan pirezdaantiin Itoophiyaa Sahilewarq Zawudee qondaaltota birootiifis gulantaan guddina adda addaa akka kennameef beeksisaniiru.

Qondaaltoonni waraanaa gudina gulantaa adda addaa argatan kun dirqama itti kenname waraana ga'umsaan xummuraniifi ga'umsaan hooggananidha jedhameera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00


XS
SM
MD
LG