Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Marii Biyyaalessaa Akka Geggeessamu Paarlaamaan Itiyoophiyaa Dhiheenya Raggaasisee Paartiileen Siyaasaa Yaada Adda Addaa Qaban 


Rakkoo Siyaasaa fi diinagdee yeroo dheeraaf Biyya Itiyoophiyaa keessa turee fi ammas itti jiruuf yeroo garaa garaatti hayyoonni siyaasaa, dhaabbileen siyaasaa adda addaa biyyattii keessa socho’an , qaamooleen Siviikii biyya keessaa fi Idil-Addunyaa mariin biyyaaleessaa yoo geggeessame furmaata akka ta’etti eeraa turaniiru. Yeroo ammaa kanattis mariin biyyaaleessaa hunda galeessa ta’e akka gaggeeffamuuf mootummaan Itiyoophiyaa Komishinii of danda’een akka gaggeeffamuuf karaa mana maree bakka bu’oota Uummataa raggasiisee filannoo miseensota komishinii kanaaf uummataraa eeruu fudhachaa jira.Marii biyyaaleessaa hunda galeessa kanarratti eenyuufaatu hirmaataan ammallee qulqullaa’ee hin beekamne, wal falmisiisaadhas. Mitikkuu Fiqaaduu dhimma marii biyyaalessaa kanarratti dhaabbilee siyaasaa fi hayyoota siyaasaa dubbisuun waan qopheesse qaba.

Marii Biyyoolessaa
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:09:45 0:00



Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG