Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummeen Ministeeraa Itiyoophiyaa akka ABUT waliin marii taasisan dubbachuun isaanii gabasaame


FAAYILII - Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed, Adoolessa 5, 2021

Muumichii ministeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimad walwaraansa ji’ootan 15n darbaniif kaabaa biyyati keessatti taasisamaa jiruuf furmaataa kennuudhaaf akka garee ABUT waliin marii taasisuuf akka yaada qaban ibsuu isaanii maddii oduu Asoosheetid Prees duraa taa’aa koree lammiilee Itiyoophiyaa wareen biyyotta alaa keessa jiraatan ykn diyaasporaa kan ta’an Obbo Masfin Taganuu wabbefachuudhaa gabaaseeraa .

Duraa taa’aa qaamaa American Ethiopian Public affairs committee obbo Masifn Taganuu sambata darebee marii Saa’tii shaniif Muumichaa ministeeraa waliin tasisan ilaalchisuudhaan dubbii himaniin mariin fedhii ummataa Itiyoophiyaa eegsisuu irrati hundaa’ee akka taasisamu danda’uu ibsuu isaanii ibsaniiru.

Ibsaa Obbo Masfin Taganuu kennan kana irratti Mootummaa itiyoophiyaa ykn ABUT iraa deebiin ykn ibsii kennamee akka hin jiree APn gabaaseeraa.

Yaadawwan Ilaali (6)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG