Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afaar Keessatti Baqattonni Ajjeefaman :Jarmayaaa Naannoo Jiru


Taankii waraanaa lola irratti barbadaahe, Naannoo Amaaraa, Mudde 7, 2021.
Taankii waraanaa lola irratti barbadaahe, Naannoo Amaaraa, Mudde 7, 2021.

Humnootiin Adda Bilisummaa Uummata Tigraay(ABUT) dhiyeenya kana mooraa baqattootaa Barahallee irratti meeshaalee gurguddaa fi dhukaatootaan haleellaa gaggeesseen baqattonni 12 ajjeefamuu fi kanneen biroon madaa’uu, Jaarmayaan Demookraatawaan Galaana Dimaa kan Affaar beeksisee jira.

Barreessaa dureen jarmayichaa Ibraahim Haaruun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf akka ibsanti baqattonni Afaar kanneen galaan dimaa jedhaman kuma 15 ta’an mooraa sana keessa daahaatanii turan.Miseensii hoggana jaarmayicha kanaa ka biroon Yaasiin Mohammad Abdallaa, baqattonni kun dhiittaa mirga namoomaa Ertraa keessaa dheessuun kanneen miliiqan turan.

ABUR gama isaan jaarmayaan kun kan mootummaa Ertraan gurmaa’ee fI isaaf hojjatu jechuun himata.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG