Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baaydin Haasawaa Waggaa Kan Biyyooleessa Dhageesisaniin Deggersa Yukreeniif Qaban Ibsan


Prezidaant Baaydin Haasawaa Waggaa Kan Biyyooleessa Dhageesisaniin Deggersa Yukreeniif Qaban Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:42 0:00

Haasawaa biyyooleessaa kan waggaa yeroo duraaf Baaydiin kibxata kaleessaa dhageesiisan kun weerara prezidaantiin Raashaa Yukreen irratti gaggeessan kan balaaleeffatee fi deggersa paartileen lameen Yukreeniif qaban kan wal duukaa hiriirse ture.

Qaala’iinsii jireenyaa dabaluun dinagdee bayyanachisuuf yaalii ta’u danquu isaa kunis weerara dhukkuuba KOOVIID-19 kan madde ta’u akkasumas ajandaa tokkummaa kan kongreesa keessatti gam lameen walitti fiduu qabu irratti Baaydiin dubbatan.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG