Xurree ittiin seenan

Breaking News

Senetiin Yunaayitid Isteets Dhimma Kadhimamtuu Mana Murtii Muumee Irratti Sagalee Kennuuf Walgahee Jira


Suraa faayilii: Haadha Murtii Ketaanii Biraawon Jaaksen
Suraa faayilii: Haadha Murtii Ketaanii Biraawon Jaaksen

Senetiin Yunaayitid Isteets dhimmaa kaadhimamtuu haadha seeraa mana murtii Muummee Keetaanjii Braawon Jaaksan irratti sagalee dhumaa kennuudhaaf guyaa ha’aa walgahii taa’ee jira.

Senetii keessatii garee caalmaa qaban kan hogganan Chaak Shuumar Roobii kaleessaa galgalaa guyaa har’aa ilaalchisuudhaan Senetii irratti akka haasaa taasisaniini ,

“guyyaa gammachuu ta’a, gammachuu seenetii, gammachuu mana murtii muumee, gammachuu Amerikaa ta’a. Haata’u malee Ammayyuu karaa dheeraa deemuun nurra jiru qabna. Amerikaan biyyaa caalaa gaarii ta’uudhaaf guyaa borii tarkaanfii guddaa fudhatti” jedhaniiru.

Keetaanjii Braawon Jaksan yoo sagaalee gahaa argatanii filataman mana muritti isa dhumaa Yunaayitid Isteets keessatti dubartii guraatii idda dhalootaa Afrikaa qaban jalqabaa ta’uu. Akkasumas seenaa mana murtichaa keessatti lakkoofsaa dubartootaa irratti 6ffaa yemuu ta’an, lakkoofsa dubartootaa yeroo ammaa hojii mana murtichaa irra jiraniif 4ffaa ta’a.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG