Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waaltaaleen Barnootaa Naannoo Amaaraa Manca’an Deebisanii Ijaaramuu Jalabamuun Gabaasame


Suuraa Amajjii 25, 2021 kaafame kun Malaak alebelewu hooteelli inni hoogganaa turee waraana ABUT fi humna ittisa biyyoolessaa Itoophiyaa eddutti turen barbadaahe yeroo laalu agarsiisa
Suuraa Amajjii 25, 2021 kaafame kun Malaak alebelewu hooteelli inni hoogganaa turee waraana ABUT fi humna ittisa biyyoolessaa Itoophiyaa eddutti turen barbadaahe yeroo laalu agarsiisa

Waaltaaleen tajaajila hawaasaa 18 kanneen wal waraansa geggeessameen miidhaan irra ga’e jedhameef magaalaalee Amaaraa dhiya torba keessa jiran deggersa baankii addunyaa fi mootummaa Itiyoopiyaa biraa argame qarshii miliyoona 150 hojiin deebisanii ijaaruu jalqabuu isaa minitrittiin misooma bu’uuraa aadde Caaltuu Saanii ibsaniiru.

Magaalaa Dasee keessaa kan jiru waaltaa barnootaa ka ture manni barnoota giddu galeessaa Geraadoo har’a bifa mul’atuun hin turre. Hoogganaan mana barnootichaa Suufii Mehammed, humnoonni TPLF magaalattii to’achuu isaaniitti ai ansee manca’uu guddaatu irra ga’e jechuun himatu. Manni barnootichaa dugdee magaalaa Daseettkan argamu waan ta’eef irra deddeebi’uun miidhaan irra ga’eera jedhan.

Hojii ijaarsaa sana adda durummaa dhaan kan qindeessu, projektiin seefti neetii misooma magaalaa kan fedeeraalaa hojici baatilee afur keessatti akka xumuramu mirkaneessee jira

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG