Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaala Jiinkaa Keessa Namoonni Dheessuun Ibsamee Jira


Naannoo Jinkaa
Naannoo Jinkaa

Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa magaalaa Jiinkaa keessaa uummanni kuma tokko ta’an manaa fi qe’e isaanii irraa godaanuu bulchiinsii godiina Omoo ibsee jira.

Kunis magaalaa Jiinkaa keessatti hiriirtoota konyaa Ardii irraa gaaffii ofiin of bulchuu dhiyeessan haleellaa kanan kan dheessan ta’u ibsan.Angawaan nageenyaa kan bulchiinsa godiinaa Daamoo Bezzaabih akka jedhanti suqilee fi manneen 160 ta’an hiriirtootaan barbada’aniiru jechuu isaanii Yonaataan Zabdiwoos Gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG