Xurree ittiin seenan

Breaking News

TPLF Afaar Keessaa akka Hin Baanee Bulchaan Ab Alaa Hima


Faayilii: Konkolaataa gargaarsaa Gara Tigiraayitti imalu
Faayilii: Konkolaataa gargaarsaa Gara Tigiraayitti imalu

Hmnoonni TPLF naannoo Afaar bakka Irppitii jedhamuu keessaa bahuu isaanii VOAtti kan himan bulchaan magaa Ab alaa Xaahir Hasan ibsaa umnoonii TPLF ammas naannoo Affar keessatti Anaalee 5 qabatanii akka jiran obbo Xaahir hasan himuu isaanii gabasinni Masifi Arraagee Dassee irraa erge ibseera.

Gabaasinni kun akka dabalee ibsetti, konkola’attonni gargaarsaa namoomaa fe’aman 47 fi kan boba’aa baatan sadii magaalaa Samaraa irraa ka’uudhaan garaa Maqaleetti daanqaa malee imalaa jirachuu isaanii mootummaan Itiyoophiyaa fi dhaabanni saganata midhaan nyaataa addunyaa / WFPn himaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG