Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Afriikaa Sanyiin Ofii Eenyummaa Ofii Ibsa Jedhu


Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afriicaa
Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afriicaa

Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afriikaa irra hedduun shaakala adda addaa fi akkaataan guddina isaanii adda adda ta’us gurraacha ta’uun giddu galeessa eenyummaa isaanii ta’uu dubbatu jedha waaltaan qorannaa Pew haaraan ba’e. Guraachonni afur keessaa sadii eessa irraas haa dhufan dinagdeen ykn barnoonni isaanii sadarkaa isa kamiinuu haa ta’u martinuu yaada wal fakkaatu qabu.

Dhibba irraa harka 14 kan ta’an gurraacha ta’uun hang tokko kan isaan fayyadu ta’uu yoo dubbatan dhibba irraa harki sagal immoo dhiibbaa tokko iyyuu hin qabu jedhu. Kunis lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Ameerikaa koolu galtoota gurraachotaa gosoosta adda addaa, kanneen paartii siyaasaattii hidhata qabaniif umuriin isaanii wal caalu gidduu yaadi jiru adda adda ta’uu isaa ibsa.

Gabaasa Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afriicaa ilaalchisuun ba'e
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:37 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG