Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmitoonni Mirga Namaa Dhimma Yakka Saayiberii Naayijeeriyaa Irratti Kan Manni Murtii ECOWAS Murteesse Dinqisiifatan


Faayilii: Naayijeeriyaa
Faayilii: Naayijeeriyaa

Falmitoonni mirga namoomaa mana-murtii Dhaabbata Hawaasa Dinagdee Biyyoota Afrikaa Lixaa kudha shanii, kan ECOWAS jedhamuutiin murtii dhimma seera yakka saayiberii yokaan marsaa interneetii Naayijeeriyaan ilaalchisee bahe faarsanii jiran. Tahus garuu, mootummaan Naayijeeriyaa murtii dabarsame sana fudhatee hojii irra oolcha jedhanii akka amantaa hin qabne dubbatu – falmitoonni mirga namoomaa sun.

Falmitoonni Mirga Namaa Dhimma Yakka Yaayiberii Naayijeeriyaa Irratti Kan Manni Murtii ECOWAS Murteesse Dinqisiifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG