Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsii Magaalaa Dirree Dawaa uggura sochii konkoloataa daangessu labse jiira


FAAYILII - Magaala Diree Dawaa
FAAYILII - Magaala Diree Dawaa

Qaala’iinsaa gatii boba’aatin walqabatee Bulchiinsii magaalaa Diree Daawaa, dilbataa dhufuu jalqabee konkola’atonii mootummaa magaalaa keessa guyyaa hojii galgala Saa’tii 11:30 (akka Itiyoophiyatti) boodaa, akkasumas Sambataa fi Dilbataa akka hin oofamnee labsii baasuun isaa beekameeraa.

Labsiin kun kan taasifamee erga mootummaan feederaalaa deggersaa boba’aadhaaf gochaa turee kaasuu isaa beeksisee as ta’uu isaa Gabasni Addis Chekkol Diree Dawaa irara ergee beeksiseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG