Ji’oottan ja’an darbaniif buufata hawaa adduunyaa keessaa hawaa irra kan turan Astiroonaatonnii 4 garaa biyyaa lafaatti deebi’a jiraachuu isaanii ibsii NASA fi dhaabbta dhuunfaa qorannoo hawaa Spees-X irraa bahee beekisiseera.
Xiyyaaraa hawaa irraa gara lafatti bu’aa jiruu Draagoon Kaapsuul jedhamu keessaa Astiroonaat Raajaa Chaarii,Toom Maarshibarn,Kayilaa Baaroon akkasumaas Ejensii hawaa Awuurooppaa irraa, Maatiyaas Maa’ureer akka jiran himameera.
Naasaaniif Spees-X akka jedhanitti,xiyyaarrii Astiroonaataa baatee gara laffaati gadii fidu Diraagoon Kaapsuul ganamaa har’aa biyyaa awustraliiyaa oltii buufatta hawaa Adduunya irraa addaan cittee garaa lafaatii gugachuu jalqabdee sa’aatii 23 fi walakaa boodaa galaan irraa boqota.