Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Silxeetti Namoonni Bataskaana Gubuutti Shakkaman Hidhaman


Godinaa Silxee maapii irratti
Godinaa Silxee maapii irratti

Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti bulchiinsii godiina silxee namoonni 79 kanneen bataskaannii gubamuu keessaa harka qabu jedhamuun shakkaman hidhmuu isaa beeksisee jira.

Baatii Ebla dabree dhumatti magaalaa Waraabee nannoo isaatti gochi kun rawwatame. Dubbii himaan godiina Sanaa Kedir Abdallaa RSA akka ibsanti, shakkamtoonni kanneen biroon hin qabamiin jiru.

Kanaaf jecha shakkamtoota hafan to’annaa jala olchuuf bulchiinsii naannoo hojjataa akka jiru fi amantoonni Musleemaa Gondar keessatti ajjeefamuu mormuun bataskaana sadii guban jedhan.

Bulchiinsii sabakaa naannoo jiru garu Hadiyyaa fi silxee keessaatti bataskaana shantu gubamee jedhu jechuun Yonaataan Zabdiwoos Hawaasaa irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG