Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Somaalee Keessatti Humnoonni Nageenyaa fi Hidhattoonni Kaan Namoota 11 Ajjeesan: Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa  


Magaala Jigjigaa, Naannoo Somaalee (Suuraa faayiilii)
Magaala Jigjigaa, Naannoo Somaalee (Suuraa faayiilii)

Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Kamisa darbe ibsa baaseen, bulchiisa naannoo Somaalee keessatti humnoonni naga-eegumsaa fi humnoonni hidhatan kaan humna gitaa olii fayyadamuudhaan namoota 11 ajjeesanii, namoota ka biroo yoo xiqqoote 33 irra miidhaa qabaa geessisan, jechuun beeksisee jira.

Moootummaan naannoo Somaalee gochaan kun raaw’atamuu kana mane yoo tahu, garuu “namoonni gochaa sana raaw’atan haga ammaa seeratti hin dhihaanne, “ jechuun kan Koomishinichi gabaase dogoggora, jedhee jira. “Hoogganoota siyaasaa fi humnoota naga-eegumsaa irratti qorannaan qulqulleeffachuu geggeessamaa jira.” Jedha.

Naannoo Somaalee Keessatti Humnoonni Nageenyaa fi Hidhattoonni Kaan Namoota 11 Ajjeesan: Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:26 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG