Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Amaaraa, Waagmiraatti Namoonni 9 Weerara Dhukkubaan Du’uun Himame


Naannoo Waaghemraa
Naannoo Waaghemraa
Naannoo bulchiinsa Amaaratti Godina waag himiraa dhibee aanaa Abergalle keessatti muudateen namooni Sagal du’uu isaanii haanga’oonnni VOAti himaniiru. Aanaa yeroo amma too’annoo TPLF jala jiruu kanaaf bulchaa kan ta’an obbo Alamuu kiflee odeeffanoon kun kan arggamee namoottan aanicha keessaa miliqanii bahan fi namoottan ammayyuu aanicha keessa jiran irraa odeeffannoo bilibilaan argameen akka ta’e VOA ti himuu isaanii gabbasni Masifin Arraagee beksiseera. .

Hoggansaa wiirtuu fayyaa naannichaa kan ta’an Doktoor Kidaat Ayelee, maluumaa dhibee namootan ajeesaa jiruu kana addaan baafachuudhaaf qorannoon akka taasifamaa jiru himaniiru. Gabaasaan sagalee Amerikaa Masfin Arraagee namoottan firoottan isaanii dhibee Kanaan jalaa du’anii hawwaalan haasofsiisuu isaa ibseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG