Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konkolaatonni Gargaarsa Guddaa Fe'atan Tigiraay Dhaqqabaniyyuu Ammallee Tigiraay fi Naannoo Ishee Keessa Hanqina tu Jira


Konkolaatonni Gargaarsa Guddaa Fe'atan Tigiraay Dhaqqabaniyyuu Ammallee Tigiraay fi Naannoo Ishee Keessa Hanqina tu Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00

Konkolaatonni Gargaarsa Guddaa Fe'atan Tigiraay Dhaqqabaniyyuu Ammallee Tigiraay fi Naannoo Ishee Keessa Hanqina tu Jira

Konkolaatonni gargaarsaa gugudddoon erga baatii Bitootessaa keessa walii galteen lola-dhaabinsaa labsamee as yeroo duraatiif naannoo waraanaan mancaate Tigraay torbee darbe dhaqqabanii jiru.

Tahus Jaarmayaaleen gargaarsaa rakkoo naannoo sanaaf deebii kennuuf tattaafataa ennaa jiran kanatti, naannoleen ollaas sababa walitti bu’iinsaa fi gogiinsa hamaatiin miidhaanii gargaarsa waan barbaadaniif afmmallee haqina gargaarsaa tu jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG