Dorgommii atleetiksii “Dimond League” jedhamuu kan Caamsaa 21 Brminghaam keessatti geggeessame atleetonni dubartootaa Itiyoophiyaa injifatanii jidran. Gothenburd, Sweden keessatti dorgommii walakkaa maaraatoon geggeessame irrattis akkasuma dubatoonni Itiyoophiyaa injifatanii jiran. Isaan kanaa fi oduuwwan ispoortii biroo caqasaa.