Xurree ittiin seenan

Breaking News

To’annaa Jala Kanneen Olan Har’a Mana Murtii Duratti Dhiiyaatan 


FAAYILII - Magaala Baahir Daar, Itoophiyaa

Midiyaa gama marsaritiin dhiyaatan kanneen qopheessan fi dhuma torban dabree Baahir Daar keessaa namoonni hidhaman yeroo lammataaf har’a mana murtii duratti dhiyeeffamanii jiru.Yeroo jalqaba dhiyaatanii turan sanatti abukaatoon isaanii wabiin akka gadhiifamaniif gaafatanii turan.

Bulchiinsii mootummaa naannoo Amaaraa tarkaanfii seera kabajsisuuf fudhateen namoota 4552 hidhuu isaa beeksisee jira.Angawoonnii federaalaa fi naannoo akka jedhanti warra hidhaman kana keessaa midiyaan gargaaramuun kanneen biyyatti tasgabii dhabsisuun shakkaman ittiin jedhee akka jiran beeksiisanii jiru jechuun Asteer Misgaanaaw aar Baahir gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG