Eega waraansi Itiyoophiyaa ripxeeloltoota Tigiraay waliin bara 2020 jalqabamee as, gam lameenuu humnaan gudeeddii akka meeshaa waraanaatti itti fayyadamaa turan. VOAn Naannoo Amaaraa keessaa dubartoota 14 kanneen loltoota Tigiraayiin humnaan gudeessiin suukanneessan nu irratti raaw’atame jedhanii fi sababaa sanaaf moggaatti qoodamuu isaanii dubbatan dubbisee jira. Gabaasaa Henrii Wilkinsi, Tujubeetu dhiheessa.
Dubartoota 14 Yeroo ABUT Naannoo Amaaraa Keessa Ture Gudeeddamuu Himatan
- VOA
Kanaas caqasuu feeta ta'a
-
06-07-2022
Weellisaa Abdii Yuun Hangam Beektan?
Yaadawwan Ilaali (1)
Yaada dabalataa fe'adhu