Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Gaggeeffamu Kallattiin Putiin Waliin Ta’u Qaba:Zeleenskii


Faayilii: prezidaantii Raashiyaa Vilaadmir Putin fi kan Yukreen Volodmiir Zelenskii
Faayilii: prezidaantii Raashiyaa Vilaadmir Putin fi kan Yukreen Volodmiir Zelenskii

Raashaa waliin dubbachuuf fedhii akka qaban kan ibsan mummichi ministeera Yukreen Volodmiir Zeleenskii kunis prezidaant Putiin waliin kallattiin kan gaggeeffamu ta’u qaba jedhan.

Zelenskiin gama vidiyoon walgahii dinagdee kan addunyaa irratti kana kan dubbatan yoo ta’u, yoo dhugumaan Putiin dhugaa lafa irra jiru ni hubata ta’e, furmaata karaa diploomaasiin walitti bu’iinsa kana keessaa ba’uuf carraan jira jedhan.

Kana malees, Raashaa waliin dubbachuuf tarkaanfiin dursee fudhatamuu qabuu waraannii Raashaa lafa weerara ituu hin jalqabiin dura tureetti deebi’uu qabu jedhan Zeleniskiin.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG