Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seerri Qawwee Qabaachuu Cimaa Yoo Hin Jiraatin Rakkoo Hamaa Uumuu Mala: Professer Mohammed Xaahiroo


Seerri Qawwee Qabaachuu Cimaa Yoo Hin Jiraatin Rakkoo Hamaa Uumuu Mala: Professer Mohammed Xaahiroo
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Seerri Qawwee Qabaachuu Cimaa Yoo Hin Jiraatin Rakkoo Hamaa Uumuu Mala: Professer Mohammed Xaahiroo

Dhukaasi gaddisiisaan mana barumsaa Yuvaaldii, Teexas keessatti banamee daa’imman 19 fi ga’eessoonni lama erga du’anii booda, hawaasa naannoo Teeksaas fi guutuu biyyattii keessatti rifachuu guddaa akka uume, dorgomaa waajjira seeneetii duraanii kutaa Teeksaaas fi koollejii Koolinsitti piroofeesara barnoota dinagdee kan ta’an Mohammed Xaahiroo ibsaniiru.

Ameerikaa keessatti abbummaa qawwee irratti sakatta’iinsi duubbee cimaan yoo dirqisiifame malee, gochi akkanaa itti fufee miidhaa dabalataa akka fidus himaniiru. Seera tumtoonni kana irratti walii galuu fi to’annoo qawwee ilaalchisee seera cimaa yoo hin baasne, leelliftoonni mirga qawwee Yunaayitid keessatti kanneen jala deemanii mirga akkaiif falman ciccimoo waan qabaniif rakkoon kun itti fufuu mala jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG