Muuziyemii koloraadoo “Adventure Room Selfie Museum” jedhamu keeessaa aartii jirannii fi Viidiyoo fi suraa miidiyaa hawaasaa irratti maxxansamu halluu adda addaan faayame kaasan illee daawwattootuma muuziyemichaa ti. Svitlana Prystynska bakka sanatti argamuun kutaalee muziyemii sanaa daawwachuun akkasumas daawwattoota dubbisuun gabaasteetti.
.