Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaaf Barana Qophii Dha Jedhu Qonnaan Bultoonni Naannoo Walitti-bu’insi Ture Keessa Jiraatan


FAAYILII - Namoota naannoo walitti bu'insi ture irraa dheeffanii godaanan, Fulbaana 9, 2021.
FAAYILII - Namoota naannoo walitti bu'insi ture irraa dheeffanii godaanan, Fulbaana 9, 2021.

Bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti qonnaan bultoonni naannoo walitti bu’iinsii jiru keessa jiraatan bara dabree miidhaan ituu hin facaafatiin dabarsan iyyu barana qophii ta’u ibsanii jiru.

Qonnaan bultoonni sadarakaa giddu galeessaa fi qonnaan bultoonni daldalaaf oomisha dhiyeessan RSA akka ibsanti ituu hin facaafatiin yeroon dabrsan naannoo sana keessatti daafoo hordoofsisuu qaba jedhu.

Waajiira qonnaa bulchiinsa nannoo Amaaraaf itti gaafatamaa kan ta’an Haayle Maariyaam Keffaaleew RSA akka ibsanti naanoo walitti bu’iinsii ture keessatti bara 2021 keessa omiishnii galfamee hedduu gad bu’aa ture.

Mootummaan Invastmeentiijajjabeessuun dhiyeessii xaa’oo fi sanyii midhaanii foyyeessuun qonnaa moo meeshaa ammayyaa ituu gaggeeffame waggaa kana oomiishnii ni dabalaa jechuu isaanii Asteer Misgaanaaw Baahir Daar irraa gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG