Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Tarkaanfii Fudhachuu Qaba: Jiraattoota 


FAAYILII - Ganda Higloo keessaa haadha bishaan warabdee galaa jirtu, Naannoo Somaalee, (Suuraa WFP Rooyersiif kenne)
FAAYILII - Ganda Higloo keessaa haadha bishaan warabdee galaa jirtu, Naannoo Somaalee, (Suuraa WFP Rooyersiif kenne)

Gatiin nyaataa fi kanneen biroo akkasumas kan oomishnii haala dhaabataa ta’een dabalaa waan adeemeef jecha jiraattonni bulchiinsa naannoo Somaalee aangawoonni kana hanqisuuf tarkaanfii hatattamaa akka fudhatniif gaafatanii jiru.

Jiattonni akka jedhanti sharafnii maallaqaa kan baankiin ta’u fi gabaa dhoksaa keessaa kan wal madaaluu ta’u dhabuun, qaala’iinsa jireenyaaf sababaa tokko ta’u ibsan. Kaabineen bulchiinsa nananoo somaalee gama isaan, dabaluu gatii bittaa fi gurgurtaa kana ittisuuf tarkaanfii adda addaa fudhatee ture.

Itiyoophiyaa keessatti bara 2022 keessa qaala’insii jiru baatii Ebla 2022, dhiibba keessaa harka 36.6tti yoo ta’u kun immo baatii sana dura ture keessatti garu 34.7 akka ture ibsamuu isaa Addis Chakkool gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG