Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz  Gurmuun Riphxee-loltootaa Karaa Nagaa Gale Mootummaan Hidhattoota Koo Hidhaa Jira, Jedha  


Benishaangul Gumuz  Gurmuun Riphxee-loltootaa Karaa Nagaa Gale Mootummaan Hidhattoota Koo Hidhaa Jira, Jedha  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00

Benishaangul Gumuz  Gurmuun Riphxee-loltootaa Karaa Nagaa Gale Mootummaan Hidhattoota Koo Hidhaa Jira, Jedha  

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz, Godina Matakkal keessatti, ji’oota lamaan darban gidduutti, hidhattootni Warraaqsa Diimookiraatawaa Uummata Gumuz/GUHDEN 1200 karaa nagaa harka kennachuun gara uummataatti deebi’uu beeksise jira.Tajaajilli Geejjibaallee godinicha keessatti deggersa humnoota nageenyaa malee kennamuu eegaleera, jedha.

Gama biraan, GUHDEN hidhattootni isaa karaa nagaan seenan 110 hidhamuufi humnootni naga eegumsaa mootummaa dhukaasa itti fufuu himachuun komatakomata.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG