Tajaajila Kalee Dhiquu Hospitaalota Mootummaa qofaatti kennamaa ture dachaa Shaniin guddisa jedhamuun Hospitaala Minilik keessatti Giddu-galeessi tajaajila kanaa banamuun, tajaajilamtootaaf boqonnaa guddaa dha, jedhu Hundeessaan Waldaa Dhibamtoota Kalee Itoophiyaa, Obbo Solomon Asaffaa.
Giddu Galeessi har'a eebbisamee baname kun, guyyaatti haga namoota 90 tajaajiluu danda'a jedhameera.
Giddu-galeessi Tajaajila Kalee Dhiquu Hospitaala Minilik Keessatti Baname
- VOA