Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obasaanjoon Maqalee Seenuun Gabaafamee Jira 


FAAYILII - Jila addaa kan gamtaa Afrikaa Oluusheeguun Obasaanjoo, Caamsaa 11, 2012.
FAAYILII - Jila addaa kan gamtaa Afrikaa Oluusheeguun Obasaanjoo, Caamsaa 11, 2012.

Prezidaantiin bulchiinsa naannoo Tigraay Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eel har’a jila addaa kan gamtaa Afrikaa Oluusheeguun Obasaanjoo Maqalee keessatti simatanii haasoofsisuu isaanii gorsaa prezidantii Tigraay kan ta’an Obbo Geetaachoo Raddaa Twitarii ofii irratti maxxansanii jiru.

Lameenuu dhimmootii kutaa Sanaa irratti dubbachuu isaanii beeksiisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG