Gaanaa keessatti namoonni hookkarri saalaa irratti raawwaatame, shakkamaan humnaan gudeeddii raawwate seeratti dhiyaachuu isaa dura miidhaa irra gahe mirkaneessuuf gabaasa wal’aansa fayyaa agarsiisuu qabu.
Qorannoon fayyaa kun baasii guddaa kan gaafatu yoo ta’u, inshuraansii fayyaa biyyaalessaa jalatti kan hin hin haammatamne waan ta’eef, namni miidhaan irra ga’e tokko himannaa dhiyeessuu irraa of duuba deebisuu danda’a.
Miseensi mana maree tokko dubartoonni hedduun haqa argachuu akka danda’aniif ulaagaa qorannoo fayyaa ilaalchisee kaa’ame haquuf mala dha’aa jiran. Senanu Tord Gaanaa irraa gabaase.
Yaadawwan Ilaali
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu