Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa fi Oduuwwan Ispoortii Biraa


FAAYILII - Salamoon Bargaa dorgommii Olompikii Tookiyoorratti fiigicha meetirii 10,000 moohe, Adoolessa 30, 2021

Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa marsaa 22ffaan torban kan Moorishees keessatii taasifamutti gareen Itiyoophiyaa kaleessaa Moorisheesiin seeneera. Dorgommiin Atileetikisii Adduunyaa Daayimand Liig jedhamu kan Moorookoo, magaalaa Raabaat keessatii taasifamee irratti Atileetonni Itiyoophiyaa mo’anii jiran. Ksnneenii fi oduuwwan biroo qophii Ispoorti keessaa qabna.

Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa fi Oduuwwan Ispoortii Biraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:52 0:00

Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG