Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Naannoo Kibbaa Raaw’atame Mormuun Hiriirri Geggeessame  


FAAYILII - Marfata Summudaa, Hawaasaa Sadaasa 19, 2019
FAAYILII - Marfata Summudaa, Hawaasaa Sadaasa 19, 2019

Bulchiinsa naannoo kibbaa aanaa addaa Burjii lafa gabaa Soyyomaa keessatti haleellaa gaggeffamee lubbuu namoota 9 gaalafachuun namoota 20 caalaa madeesse mormuun hiriira ba’u isaanii jiraattonni aanaa fi aangawoonni aanaa addaa ibsanii jiru.

Gochi kunis safii kan cabsee fi qaaneessaa ta’u kan ibsee bulchiinsii aanaa suuroo Baargudaa siviiloonni ajjeefaman murtii haqaa akka argatan gochuuf koree hundeessee deebii eeggataa akka jiru ibsee jira.Anaa addaa Burjiif itti gaafatamaa waajiira Komuniikeeshinii kan ta’an Obbo Gabrawaad Oddoo garee nagaa hin barbaanneen gocha gaggeeffame jedhanii,jarraan akkasii uummata akka bakka hin buune waltajitti ba’uun hiriiree mirkaneesse jedhan.

Shakkamtoonni 25 to’annaa jala oolanii qiratamaa akka jiranis ibsanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG