Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Tokkummaa Mootummootaa Oomishaaleen Yukireen fi Raashiyaa Akka Alatti Gurguraman Walii-galtee Tolchuutti Jirra, Jedhu

Faayilii:Muummicha brreessaa tokkummaa mootummootaa Antooniyoo Guterees
Barreessaan Muummchi, ka Tokkummaa Mootummootaa Antooniyoo Guterez, jaarmayichi gamtaa mootummoota addunyaa akkaataa itti dheedhota toonii miliyoona hedduu fi oomishaalee ka biroo Yukireenii fi Raashiyaa irraa alatti baasanii gurguran irratti waliigaltee tolchuuf kan hojjetaa jiru tahuu dubbatan.

Guterez kaleessa ibsa kennaniin, dhimma Daldalaa fi Miseeomaa irratti barreessaa Muummee Konferensii Tokkummaa Mootummootaa ka tahan – Rebekaa Griinispaan fi hoogganaan dhimma gargaarsa namoomaa Tokkummaa Mootummootaa Maartiin Grifit akkaataa itti oomishaaleen nyaataa Yukireen gabaa addunyaatti dhihaachuu danda’anii fi oomishaalee nyaataa fi xaahoo Raashiyaa argachuun danda’amu irrratti walii-galtee tolfamuuf jiru qindeessuutti bobba’anii jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG