Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-maree Bakka-bu’ootaa Yunaayitis Iteetis Seera Haaraa Ka To’annaa Qawwee Dabarse


Faayilii: Biilsa Mana Maree Bakka Bu
Kanneen Mana-Maree Bakka-bu’ootaa Yunaayitid Isteetis keessaa hojjetan – seera tumtoonni biyyattii, ajjeechaalee jumlaa dhiheenya kana Yunaayitid Isteetis bakkawwan adda addaatti raaw’atamaniif deebii kennuutti ka fuuleffate seera to’annaa qawwee bal’aa dabarsanii jiran.

Sagalee kaleessa kenname kanaan deggersi 223, mormiin 204 yoo tahu seerichi dura-dhaabbannaa tokko malee dabree jria.

Seerri kun umurii nama qawwee bituu danda’uu kan ol kaase yoo tahu, baattuu rasaasaan kan rasaasa 15 hin caalle akka tahu murteessee jira

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG