Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti  Dhalattonni Tigraay  Hidhaman Akkasumas Jumlaan Ajjeefamanii Awwaalaman Oduun Jedhu Soba: Angawoota


Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti  Dhalattonni Tigraay  Hidhaman Akkasumas Jumlaan Ajjeefamanii Awwaalaman Oduun Jedhu Soba: Angawoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti  Dhalattonni Tigraay  Hidhaman Akkasumas Jumlaan Ajjeefamanii Awwaalaman Oduun Jedhu Soba: Angawoota

Wal waraansa Itiyoophiyaa keessatti gaggefefameen duguuggaan sanyii fi hidhaan jumlaa dhalattoota Tigraay irratti gaggeeffamee jira himata jedhu hordofsisee jira.Iddoon kun itti gaggeeffame jedhamees Tigraay gama dhiyaa lafa aangawoonni gareelee mirgi namoomaa fi Gaazexessonni akka hin seenne dhorkaman sana dabalata.

Garu Raadiyoon Sagalee Amerikaa magaalaalee hanga tokko kanneen hidhaan keessatti gaggeeffamuu fi awwalchii jumlaa jira jedhamancarraa argamuun isaa baayyee xiqqoo ta’e keessatti akkasumas daageeffamuu fi to’annaa jabaa jalatti daawwachuuf carraa argatee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG